Turtii Yeroo Dheeraa Kuufama Moobaayilaa
Kuufama moobaayilaa kurmaana waggaa ykn kan waggaaf galmaa’aa!
Gatii tajaajilaa hir’ifamaatti fayyadamaa!
Kuufama kurmaana waggaa
Qarshii650
- Daqiiqaa 555 + Ergaa 150 + daataa giigaa baayitii 12
Kuufama kurmaana waggaa daangaa malee
Qarshii3,470
- Bilbila Sagalee daangaa malee + Ergaa 150 + Daataa Giigaa Baayitii 12
Kuufama kurmaana waggaa
Qarshii860
- Daqiiqaa 1500 + Ergaa 150 + Daataa Giigaa Baayitii 12
Kuufama kurmaana waggaa daangaa malee
Qarshii4,130
- Bilbila Sagale daangaa malee + Daataa daangaa malee
Kuufama kurmaana waggaa daangaa malee
Qarshii2620
- Daqiiqaa 555 + Ergaa 150 + Daataa Giigaa Baayitii 12
Kuufama daangaa malee kan waggaa
Qarshii10,200
- Bilbila Sagalee daangaa malee + Daataa daangaa malee + Ergaa
Kuufama daangaa malee kan waggaa
Qarshii5,995
- Bilbila Sagalee daangaa malee + Ergaa daangaa malee
Kuufama daangaa malee kan waggaa
Qarshii5,995
- Daataa daangaa malee + Ergaa daangaa malee
Danbii fi Haaldureewwan dubbisuuf bakka kana cuqaasaa
- Maamiltoonni tajaajilli moobaayilii kafaltii duraa, kafaltii boodaa fi haayibiriidiif qarqaba moobaayilii turtii yeroo dheeraa yeroo barbaadan galmaa’anii tajaajila argachuu ni danda’u.
- Qarqabaturtii yeroo dheeraaf yemmuu galmooftan kafaltii qarqaba filattanii al tokko qofa kafaltu.
- Maamiltoota pilaanii kurmaana waggaa ykn guyyoota walitti aanan 90f jiddu galeessa gurgurtaa keenyaatti galmaa’aniif qarqaba bitatan gadi lakkisuuf filannoowwan lama kan jiran yemmuu ta’u,
- Tajaajiloonni qarqabaa hundi amma xumura tajaajilichaatti altokko kan gadi lakkifamu yoo ta’u, kan lammataa ammoo,
- Amma tajaajiloonni qarqabaa eeraman xumuramanitti baatiidhaan qoodamee kan dhihaatu yemmuu ta’u, qarqabni osoo itti hin fayyadamiin haftan gara baatii itti aanuutti ceha.
- Fayyadamtoonni moobaayilii kafaltii duraa lakkoofsa gabaabaa *999#, appilikeeshinii maayi Itiyooteel fi gara jiddu galeessa gurgurtaa keenyaa deemuun galmaa’uu nidandeessu. Fayyadamtoonni moobaayila kafaltii boodaa jiddugaleessa gurgurtaaa keenya deemuun argachuu nidandeessu.
- Maamiltoonii dhaabbilee fi namoonni dhuunfaa qarqaba moobaayilii turtii yeroo dheeraaf galmaa’uu nidanda’u.
- Maamiltoonni lakkoofsa taiaajilaa galmaa’aniif ala gara lakkoofsa tajaajilaa biraatti dabarsuu hindanda’an.
- Qarqaba turtii yeroo dheeraaf altokko yoo galmooftan erragni akka isinii deebi’u ykn gara qarqaba turtii yeroo dheeraatti jijjiiruun hineeyyamamu.
- Qarqaba moobaayilii turtii yeroo dheeraaf galmaa’uuf siim kaardiin itti fayyadamaa jirtan kan hojjetu ta’uu qaba.
- Qarqabni moobaayilii fi qarqabni barreeffama gabaabaa moobaayilii tajaajila moobaayilii fi ergaa biyya keessaaf qofa oola.
- Qarqaba bittaniin ala akkasumas lakkoofsa gabaabaa wayita fayyadamtan taarifni tajaajila idilee hojiirra ni oola.