Bareechituun sagalee bifa haaraan

Coloring Ring Back Tone​
  • CRBT has been redesigned with new and exciting features considering your needs. Subscribe and entertain both yourself and your callers.

 

photo_2021-12-27_20-49-04
Service Types

Normal CRBT (for your callers)

Calling CRBT (when you make call)

Service Fee
  • Monthly Rent: 5 Birr
  • Tone Purchase: 5 Birr

Faayidaa & amaloota tajaajilichaa

To subscribe to the service:
To choose tones & manage the service

Ajajoota Hojiiwwan Bu’uuraa karaa ergaa gabaabaa 822 ergamuu qaban

Item no.OperationNormal CRBTCalling CRBT
1Subscribe for the service AA1
2To purchase a CRBTC CRBT CodeC CRBT Code
3To Set a CRBT SN Tone codeSC Tone code


4

Express Copy (to copy CRBTs you heard from other users) Dial the person back and press (*) before they answer


*


*


5


To send CRBT gift for your loved ones

G CRBT code Receiver's phone number e.g: G 123456 09XXXXXXXX

G CRBT code Receiver's phone number e.g: G 123456 09XXXXXXXX

6Gift accept

ga Code no

ga Code no

7Gift rejectgr Code nogr Code no
8HelpHH
9Querying CRBT from subscriber personal libraryPP
10Query personal settingsQCQC
11To delete CRBT settingDC Tone codeDC1 Tone code
12Deactivating the service temporarilyDACDAC1
13Activating the serviceACAC1

14

Unsubscribe the service

U

U1

  • Fayyadamtoonni moobaayilii kafaltii duraa, kafaltii boodaa fi haayibiriidii hundi tajaajila kanaaf galmaa’uu ni danda’u.
  • Maamiltoonni tajaajila idilee fi bareechituu sagaleef yeroo tokkotti fayyadamaa ta’uu ni danda’u.
  • Tajaajila bareechituu sagaleef 822 irratti bilbiluun, gara *822# tti bilbiluun akkasumas karaa marsariitii keenyaa https://www.crbt.et argachuu ni dandeessu.
  • Maa,ila fayyadamaa bareechituu sagalee hin taaneef sagalee muuziqaa barbaadan bitatanii kennaa gumaachuu yoo barbaadan maamilli ergamuuf galmee baatii kan yeroo tokkoo dabalataan kafaluun irraa eegama. Maamilli kennaan isa qaqqabe tajaajila kanaaf galmaa’uu akka barbaadu ergaa barreeffamaa gabaabaan sa’aatii tokko keessatti deebii kennuu qaba.  Erga galmaa’ee booda sagaleen muuziqaa gumaachaan ergameef isa qaqqaba.
  • Maamila ykn maamiltoota bareechituu sagalee filataniif muuziqaa barbaadaniif kafaluun al tokko erguu ni danda’u.
  • Wayita gara maamiltoota birootti bilbiltan dhageessanii bareechituu sagalee ofii  keessaniif fayyadamuuf bilbilli osoo hin ka’iin mallattoo (*) cuqaasuun lakkoofsa adda baaftuu bareechituu sagalee karaa bilbila keessanii isiniif ergamu gara 822tti erguun kan keessan godhachuu ni dandeessu. Fayyadamaan bareechituu sagalee maamiltoonni biroo sagaleekana akka jalaa hin waraabbanne dhorkuuf mirga qaba. Maamilli kamiyyuu wayita galmaa’u yeroo jalqabaaf sagaleen jalqabaaf fe’amu waraabamuu hin danda’amu. Maamiltoonni fayyadamoon kanneen biroo waamicha jalqabaatiin ala waamicha hafan kamiyyuu dhaggeeffatanii yoo jaalatan kan keessan gochuu ni dandeessu.
  • Tajaajila kanaaf akka galmooftaniin sagaleen jalqabaa tola kan fe’amu yoo ta’u, yeroo barbaadame sagalee haaraa jijjiiruun ni danda’ama.
  • Bareechituun sagalee amma 20 ta’an kan maamiltoonni bitan galmee dhuunfaa isaanii keessa kan taa’an yoo ta’u, yeroo barbaadanitti fo’anii balleessuu ni danda’u.Maamiltoonni bareechituu sagalee yeroof addaan kutuu kan danda’an yoo ta’u, bareechituun sagalee galmee dhuunfaa isaanii keessatti argaman osoo jala hin badiin deebisanii jalqabsiisuu ni danda’u.
  • Maamiltoonni kiraa kan baatii kafaluun isaan irraa eegama. Kana gochuuf erraga gahaa yoo hinqabaanne yeroo jalqabaaf wayita galmaa’an bareechituun sagalee kn duraan ture ni dhaga’ama. Guyyoota 7 boodas yoo hin kafalamne tajaajilli kun yeroof ni dhorkama. Haa ta’u malee maamiltoonni guyyoota 15 booda kafaltii baatii raawwachuu yoo baatan tajaajilichi addaan cita.
  • Maamiltoonni yeroo kamiyyuu tajaajila addaan kutuu ni danda’u. Tajaajilicha deebi’anii argachuu yoo barbaadan  akka maamila haaraatti keessummeeffamu.