Istaandaard Viiziiter Pilaan (Daawwattoota idilee)

Karoora Daawwattoota keenyatti gammadaa!

Tajaajila kana faayidaalee biyya keessaa fi idil addunyaa amma %70 ta’u bakka qubannaa Xayyaaraa ykn jiddugaleessota gurgurtaa keenyaatti ni argattu.

Kafaltii Qarqabaa

torbanii
Package

10 $
  • Bilbila idil addunyaa 40
  • Bilbila biyya keessaa 80
  • Ergaa biyya keessaa 70
  • Deetaa giigaa baayitii 4

Qarqaba abbaa torbee lamaa
Package

20 $
  • Bilbila idil addunyaa 100
  • Bilbila biyya keessaa180
  • Ergaa biyya keessaa 110
  • Deetaa giigaa baayitii 6

Qarqaba baatii
Package

30 $
  • Bilbila idil addunyaa 134
  • Bilbila biyya keessaa 275
  • Ergaa biyya keessaa200
  • Deetaa giigaa baayitii10

baatii
Package

50 $
  • Bilbila idil addunyaa185
  • Bilbila biyya keessaa hindaangeffamne
  • Ergaa biyya keessaa hindaangeffamne
  • Deetaa hindaangeffamne
Gatii Qarqabaa

torbanii
Package

5
  • Bilbila idil addunyaa 24
  • Bilbila biyya keessaa 70
  • Ergaa biyya keessaa 50
  • Deetaa giigaa baayitii 2
HAARAA

Qarqaba abbaa torbee lamaa
Package

10
  • Bilbila idil addunyaa 50
  • Bilbila biyya keessaa 165
  • Ergaa biyya keessaa 110
  • Deetaa giigaa baayitii4
HAARAA

torbanii
Package

20
  • Bilbila idil addunyaa 110
  • Bilbila biyya keessaa 320
  • Ergaa biyya keessaa 200
  • Deetaa giigaa baayitii6
HAARAA

torbanii
Package

50
  • Bilbila idil addunyaa 233
  • Bilbila biyya keessaa hindaangeffamne
  • Ergaa biyya keessaa hindaangeffamne
  • Deetaa hindaangeffamne
HAARAA
Kafaltii Qarqabaa

torbanii
Package

30 Drham
  • Bilbila idil addunyaa 40
  • Bilbila biyya keessaa 80
  • Ergaa biyya keessaa 70
  • Deetaa giigaa baayitii 4
HAARAA

Qarqaba abbaa torbee lamaa
Package

50 Drham
  • Bilbila idil addunyaa 100
  • Bilbila biyya keessaa 180
  • Ergaa biyya keessaa 110
  • Deetaa giigaa baayitii 6
HAARAA

torbanii
Package

100 Drham
  • Bilbila idil addunyaa 134
  • Bilbila biyya keessaa 275
  • Ergaa biyya keessaa200
  • Deetaa giigaa baayitii10
HAARAA

torbanii
Package

200 Drham
  • Bilbila idil addunyaa 185
  • Bilbila biyya keessaa hindaangeffamne
  • Ergaa biyya keessaa hindaangeffamne
  • Deetaa hindaangeffamne
HAARAA

  • Daawwattoonni Viizaa ykn paaspoortii isaanii jalteessa (copy) gochuun qarqaba bitachuu ni danda’u.
  • Tajaajila kana bitachuu kan danda’an doolaaraan qofa.
  • Siim kaardii durii kafaltii duraa, kafaltii boodaa ykn hayibiriidiin tajaajila kana bitachuu ni dandeessu.
  • Qarqaba bitattan irraa amma isin hafe beekuuf  gara *804# tti bilbilaa.
  • Filmaata dhihaate keessaa siim kaardii tokkoon yeroo tokkotti qarqaba baay’ee bitachuu filatanii bitachuu ni dandeessu.
  • Qarqabni dabalata fi kennaan argattan yoo jiraate dursa akka itti fayyadamtan kan taasifamu yoo ta’u, itti aansuun qarqabni yeroon xiqqoo hafeef yoo jiraate yeroo itti aanu akka itti fayyadamtan ni taasifama.
  • Qarqaba bitattan itti fayyadamtanii yoo xumurtan taarifa idileetiin fayyadamuu ni dandeessu.
  • Moobaayilii yemmuu guuttan yeroon tajaajilaa siim kaardii isiniif dheerata.
  • Qarqabni bitattan hojiirra kan oolan neetwoorkii Itiyoo Telekoomii kan fayyadamtan yoo ta’e qofaadha.
  • Bilbillii fi ergaan barreeffamaa gabaabaan gara zoonota addaatti taasifaman wayit saatalaayitii fi lakkoofsota addaa fayyadamtan gatii tajaajila idileetiin kafaltu.

Continent

List of Special Zone Countries

Africa

Ascension (247)


Comoros (269)


Madagascar (261)


Seychelles Republic (248)


Tunisia (216)

Asia & Middle East

East Timor (670)


Korea North (850)


Maldives (960)


Diego Garcia (246)


Falkland Islands (Malvinas) (500)


St. Helena (290)


Wallis and Futuna Islands (681)

North America

Cuba/Christmas Island/Guantanamo Bay (53)

Oceania Special Zone

Antarctica/Norfolk Island (672)


Cook Islands ((682)


Kiribati (686)


Nauru (674)


Niue (683)


Papua New Guinea (675)


Solomon Islands (677)


Tokelau (690)


Tuvalu (688)