Nageenyisaa kan eegame ta’uu fi maamiltoonni tajaajila kana karaa barbaadan akka to’atan dandeessisuu. Maamiloonni tajaajila kana bulchuuf imaammata nageenyaa mataasaanii qopheessuun fayyadamtoota kamitu kutaa neetwoorkii isa kam fayyadamuu akka qaban hordofuu fi to’achuuf isaa dandeessisa
Dhaabbataa Shiboo malee MPLS -VPN VSATn
Filannoo saffisaa sakondii tokkotti
Taarifa baatii kan duraanii
Taarifa haaraa kan baatii
Kiiloo baayitii 512
14,517.19
13,040
Meegaa baayitii 1
27,465.21
14,735
Meegaa baayitii 2
53,361.25
20,629
Meegaa baayitii 4
Tajaajila Haaraa
28,880
Meegaa baayitii 5
Tajaajila Haaraa
31,768
Kan durii
Haaraa
Kafaltii galmee
54,942.80
41,923
Odeeffannoo yayyadoo
• Sagalee birood baandii VSATf + tajaajila VPN, galmee sagalee fi kafaltiin kiraa galmee maamiltummaa VPN fi kafaltii kiraa irratti dabalata kafalchiisa.
• Tajaajilli sagalee qofaasaa hin dhihaatu.
• Maamila gaaffii tajaajila sagalee dhiheessuuf sarara sagalee jaahatu kennamaaf.
• Galmeen maamilummaa sagalee fi taarifni itti fayyadamaa tajaajila bilbilaa idilee waliinwal fakkaataadha.
• Taarifni kun kafaltii tajaajilaa kan baatii hin dabalatu.
• Taarifni hundi taaksii dabalataa of keessaa qaba.
• Kafaltiin galmee maamiltummaa kafaltii qaraxa teembirii of keessaa qaba.