Bilbilaa fi meeshaalee kan biroo

Bilbilaa fi meeshaalee kan biroo

 

Bilbila urjinaalee wabii baatii 6 waliin bitadhaa, jiddu galeessa gurgurtaa Itiyoo Telekoomii yoo dhaqxan ni argattu!

Moobaayilii Teeknoo R7+

Siimii dabalatee Gatiin- Birrii 4235

Adda baaftuu bilbila Ismaartii Teeknoo  R7+
Baatirii Ampaaworii miilii liitirii 2000
Cimdaa (Network) 2G/3G/4G LTE
Agarsiiftuu (Display) 6.49" haayi definiishin +
Varjinii Andirooyidii 10
Pirooseesarii Kuwaad koor giigaa heerzii 1.28
Miimorii keessoo Jiibii 1  + jiibii 16
Meemorii muummee Meegaa piiksilii 2
Kaameeraa fuulduraa Meegaa piiksilii 5

Moobaayilii Teeknoo Ispaarkii 5 Eer (Air)

Siimii dabalatee Gatiin- Birrii 7285  

Amaloota Moobaayilii Teeknoo Ispaarkii 5 Eer
Varjinii Andirooyidii 10
Agarsiiftuu 7" haayidefiniishinii  + Iskiriinii doot nootii
Miimorii keessoo 2G + 32G
Meemorii bakkee Amma jiibii  256tti kan fudhatu
Kaameeraa muummee 13+ meegaa piiksilii 8
Kaameeraa fuulduraa meegaa piiksilii 8
Prooseesarii Kuwaad-Koorii  Giigaa herzii 2.0
Baatirii miilii ampaaworii 5000  yeroo dheeraa kan turu

Moobaayilii Saamsang Gaalaaksii A 10 S

Siimii waliin gatiin- Birrii 8340

Baatirii Miilii ampaaworii 4000
Miimorii bakkee Amma jiibii 512tti kan fudhatu
Agarsiiftuu 6.2" haayidefiniishinii +
Verjinii Andirooyidii 9
Prooseesarii  Giigaa herzii Oktaa -koo 2.0
Meemorii keessoo- Jiibii 2 +jiibii 32
Kaameeraa Muummee Fokasii ofnaa meegaa piiksilii 13  + fireemii guutuu meegaa piiksilii 2
Kaameeraa fuulduraa- Meegaa piiksilii 8 fireemii guutuu

Amaloota moobaayilii Ismaartii ZTA Bileed 10

Siimii waliin Gatiin- Birrii 7, 270

Baatirii Miilii ampaaworii 5000
Cimdaa (Network) 2G/GG/4G
Agarsiiftuu 6.49" haayidefiniishin+
Varjinii Andirooyidii 9
Pirooseesarii Oktaa-koor giigaa herzii 2.0
Meemorii keessoo GB 4 +GB 128
Kaameeraa Muummee Meegaa piiksilii 16 fokasii ofnaa +meegaa piiksilii 8 fireemii guutuu
Kaameeraa fuulduraa Meegaa piiksilii 8 fireemii guutuu

Leenoovoo A Noot 6

Siimii waliin Gatiin - Birrii  8240

Varjinii Andirooyidii 9
Agarsiiftuu 6.09’’
Meemorii keessoo GB 3  + GB 32
Meemorii bakkee Amma  GB 256tti kan fudhatu
Kaameeraa muummee Meegaa piiksilii 13+ 2 = leensii  2
Kaameeraa fuulduraa Meegaa piiksilii 5
Pirooseesarii Haayidefiniishin giigaa heerzi ooktaa  2.0 -Koor GB 3
Baatirii Miinii Ampaaworii 4000 yeroo dheeraa kan turu
Nagenya Nageenya danaa fuulaa fi eegduu ashaaraa qubaa kan qabu

Amaloota Leenoovoo K 10

Siimii waliin gatiin-Birrii  8149

Varjinii Andirooyidii 9
Siimii Lama kan fudhatu
Agarsiiftuu 6.1’’
Miimorii keessaa GB 4 + GB 64
Kaameeraa muummee Meegaa piiksilii 13/2  leesnsi i2
Kaameeraa Fuulduraa Meegaa piiksilii 8
Baatirii Miilii ampaaworii 3000
Pirooseesarii Haayidefiniishin giigaa heerzii ooktaa-koor GB3
  4G  LTE ni fudhata

Moobaayilii Teeknoo poop 2S

Siimii waliin gatiin-Birrii 5,045

Cimdaa (Network) 2G/3G/4G
Baatirii Miilii Ampaaworii 3050
Agarsiiftuu 5.5" haayidefiniishin
Varjinii Andirooyidii 9
Pirooseesarii Giigaa herzii Kuwaad koor 1.4
Miimorii bakkee Amma  GB 256tti kan fudhatu
Niimorii keessoo GB 2  + GB 16
Kaameeraa muummee Meegaa piiksilii 13  + meegaa piiksilii 8
Ifa baatirii Ni qaba

Moobaayilii Teeknoo Poop 2 Plaasii

Siimii waliin gatiin- Birrii 3,685

Cimdaa (Network) 2G fi 3G
Baatirii Miilii Ampaaworii 5000
Agarsiiftuu 5.99"
Varjinii Andirooyidii 8.1
Pirooseesarii Kuwaad koor  giigaa herzii 1.3
Miimorii bakkee Amma GB 128 tti kan fudhatu
Miimorii keessoo GB 1  + GB 16
Kaameeraa muummee Ni qaba
Ifa baatirii Ni qaba

Moobaayila Smaadil Saafaarii 2

Siimii waliin gatiin - Birrii 2, 355

Cimdaa (Network) 2G fi 3G
Baatirii Miilii Ampaaworii 2000
Agarsiisa 5"
Varjinii Andirooyidii 8.1
Pirooseesarii Giigaa Herzii Kuwaad koorii 1.3
Miimorii bakkee Amma  GB 64tti kan fudhatu
Miimorii keessoo GB 1 + GB 16
Kaameeraa muummee Ni qaba
Ifa Baatirii Ni qaba
Baatirii Lii - Ayoon miilii Ampaaworii 1000

Cimdaa (Network) 2G/3G/4G
Ni guuta
Siimii Naanoo
Lama kan fudhatu
Akaakuu Haayidefiniishin + Saamoolood
Guddina Inchii 6.4
Seensiftuu miimorii Amma GB 512 tti kan fudhatu
Miimorii keessoo GB 64
Raamii GB 4
Sirna oppireetiingii Andirooyiid 9.0
Pirooseesarii Oktaa koor  (Duwaal  giigaa heerzii 1.8  + heksaal giigaa herzii .6)
Kaameeraa muummee meegaa piiksilii 13 + meegaa piiksilii 8 + meegaa piiksilii 5
Kaameeraa lammataa Meegaa piiksilii 16
Dandeettii baatirii Miilii Ampaaworii 4000

Mootoo waan maakiroo

Siimii waliin gatiin- Birrii 8,705

Cimdaa (Network) 2G/3G/4G
Siimii Naanoo
Lama kan fudhatu
Baatirii Miilii Ampaaworii 4000
Guddina Inchii 6.2
Miimorii keessoo GB 64
Raamii GB 4
Sirna oppireetiingii Andirooyiid  9.0
Kaameeraa muummee Meegaa piiksilii 13/2/2 (sadiiት) Kaameeraa muummee
Kaameeraa lammataa Meegaa piiksilii 8
Dandeettii baatirii Miilii Ampaaworii 3000

Moobaayilii Smaadil Maatirii 8

Siimii waliin gatiin - Birrii 3,375

Cimdaa (Network) 2G/3G/4G
Ni guuta
Siimii Naanoo
Siimii lama kan fudhatu
Barreessuuf Wayita tuttuqamu Iskiriinii humna abbbaa qabxii 5 kan qabu
guddina Inchii 5.5
Seensiftuu miimorii Amma GB  64tti kan fudhatu
Miimorii keessoo GB 16
Raamii GB 2
Sirna oppireetiingii Andirooyidii  8.1 ጎ
Pirooseesarii Kuwaad koor saampil  giigaa herzii 1.1, akka filannootti giizaa herzii 1.45
Kaameeraa muummee Meegaa piiksilii 13 ል + meegaa piiksilii 0.3
Kaameeraa lammataa  meegaa piiksilii 5
Dandeettii Baatirii Miilii Ampaaworii 2800
   

Moobaayilii Haayiseensi H 30 laayit

Siimii waliin gatiin - Birrii 13,129

Cimdaa (Network) 2G/3G/4
Ni guuta
Siimii Naanoo
Siimii lama kan fudhatu
Kan iratti barreeffamu Ni qaba
Guddina Inchii 6.10
 Seensiftuu Miimorii  
Miimorii keessoo GB 32
Raamii GB 3
 Sirna oppireetiingii Andirooyidii  9.0 Paayi
Pirooseesarii Giigaa herzii 1.6
Kaameeraa muummee Meegaa piiksilii16  + meegaa piiksilii 5
 Kaameeraa lammataa Meegaa piiksilii 8
 Dandeettii baatirii Miilii Ampaaworii 3000

Kechaoda-K1 Mobile

Price with SIM: ETB 505 

Kechaoda-K1 Features
Network: 2G
Display 1.77"
External Interface Up to 32GB
Main Camera: Yes
Flash Light Yes
Battery Li-Ion 1000 mAh

TECHNO T313 Mobile

Price with SIM: ETB 660

TECHNO T313 Features
Display 1.77"
External Interface up to 32GB
Processor MT6261D, 260 MHz
Main Camera: Yes
Flash Light Yes
Battery 1150mAh

Smadl X08 Mobile

Price with SIM: ETB 599

Smadl X08 Features
Network: 2G
Display 1.77"
External Interface up to 32GB
Media Player MP3/MP4
Flash Light Yes
Battery 1000 mAh

ZTE MF927U 4G Wi-Fi Modem

Price with SIM: ETB 1,595

Moodamii Waayifaayii ZTEMF 927 U 4G

Moodamii Waayifaayii ZTEMF 927 U 4G

  • Appaaraatasii Waayi- Faayi amma 10 ga’an waliin kan wal quunnamu.
  • Baatirrii Al tokko chaarjii guunnaan amma sa’aatii 6 turu (miilii Ampaaworii 2000)

Siimii malee Gatiin - Birrii   1,565

Moodamii waayi-faayii Huwaawwee E 5577 E S - 932 4G

Siimii malee gatiin - Birrii 3,010

Moodamii waayi-faayii Huwaawwee E 5577 E S - 932 4G

  • Intarneetii biroodbaandii saffisa olaanaa qabu kan nama fayyachiisu
  • Appaaraatasiiwwan amma waayi-faayii 16 waliin kan quunnamsiisu
  • Baatirii Al tokko chaarjii guunnaan amma sa’aatiiwwan 12 kan turu (Miilii Ampaaworii 3000)

Siimii malee gatiin - Birrii 3,010

Moodamii Waayi-Faayi Huwaawwee E 5785 E92 C 4G

Siimii malee gatiin- Birrii  4,020

  • Cimdaa (Network) LTE fayyadamuuf kan oolu.
  • Waayi-Faayii Opireetiing Firiikuweensii giigaa herzii 5 4 fi giigaa herzii 5 kan deeggaru.
  • Appaaraatasiiwwan waati-faayii 16 waliin kan wal quunnamsiisu.
  • Appaaraatasiiwwan 8 Cimdaa (Network) waay-faayi giigaa herzii 4 waliin wal qunnamsiisu.
  • Appaaraatasiin 8 ammoo Cimdaa (Network) giiga herzii 5 waliin wal quunnamsiisu.
  • Baatiriinsaa al tokko chaarjii guunnaan sa’aatii 12 tura. (miilii Ampaaworii 3000).