Karaa Teeleebirrii Arjoomaa

Karaa Teeleebirrii hidha haaromsaa Itiyoophiyaaf salphaatti maallaqa arjoomaa, pirojektii biyyi keenya itti boontu kanatti makamaa!

Karaa Teeleebirrii hidha haaromsaa Itiyoophiyaaf salphaatti maallaqa arjoomaa, pirojektii biyyi keenya itti boontu kanatti makamaa!

Karaa teeleebirrii attamittiin hidha haaromsaa Itiyoophiyaa guddichaaf arjoomuun danda’ama?

  • Gara *127# tti bilbilaa ykn fayyadama moobaayilii teeleebirrii seenaa.
  • Hidha haaromsaaf isa jedhu filadhaa
  • Galmaa’aaisa jedhu cuqaasaa.
  • Galmee maamiltummaa, baay’ina buusii isa jedhu filadhaa.
  • Itti aansuun lakkoofsa iccitii (PIN) seensisaa.
  • Maallaqa dabarsuu keessan mirkaneeffadhaa.