Turtii Yeroo Dheeraa Kuufama Moobaayilaa
Qarqaba moobaayilii kurmaana waggaa ykn kan waggaaf galmaa’aa! Hir’ifama taasifamettis gammadaa
Kuufama kurmaana waggaa
Qarshii650
- Daqiiqaa 555 + Ergaa 150 + daataa giigaa baayitii 12
Kuufama kurmaana waggaa
Qarshii860
- Daqiiqaa 1500 + Ergaa 150 + Daataa Giigaa Baayitii 12
Kuufama kurmaana waggaa daangaa malee
Qarshii2620
- Daqiiqaa 555 + Ergaa 150 + Daataa Giigaa Baayitii 12
Kuufama kurmaana waggaa daangaa malee
Qarshii3,470
- Bilbila Sagalee daangaa malee + Ergaa 150 + Daataa Giigaa Baayitii 12
Kuufama kurmaana waggaa daangaa malee
Qarshii4,130
- Bilbila Sagale daangaa malee + Daataa daangaa malee
Kuufama daangaa malee kan waggaa
Qarshii10,200
- Bilbila Sagalee daangaa malee + Daataa daangaa malee + Ergaa
Kuufama daangaa malee kan waggaa
Qarshii5,995
- Bilbila Sagalee daangaa malee + Ergaa daangaa malee
Kuufama daangaa malee kan waggaa
Qarshii5,995
- Daataa daangaa malee + Ergaa daangaa malee
Danbii fi Haaldureewwan dubbisuuf bakka kana cuqaasaa
- Maamiltoonni tajaajila moobaayilii kafaltii duraa,kafaltii boodaa fi haayibiriidii hundi qarqaba moobaayilii turtii yeroo dheeraa yeroo barbaadan galmaa’anii tajaajila argachuu ni danda’u.
- Qarqaba turtii yeroo dheeraaf yemmuu galmooftan gatii qarqaba filattanii al tokko qofa kafaltu.
- Maamiltoota kurmaana waggaa ykn guyyoota walitti aanan 90f jiddu galeessa gurgurtaa keenyatti galmaa’aniif qarqaba gadi lakkisuuf filannoo lama qabu.
- Tajaajiloonni qarqabaa hundi amma jajaajilichi xumuramutti ai tokko kan gadi lakkifaman yoo ta’u, kan lammataa ammoo,
- Tajaajiloonni qarqabaa eeraman amma guyyaan tajaajilaa xumuramutti baatiin qoqqoodamee kan dhihaatu yoo ta’u, qarqabni osoo hin fayyadamiin hafe gara baatii itti aanuutti ceha.
- Fayyadamtoonni moobaayilii kafaltii duraa lakkoofsa gabaabaa *999#, Fayyadama Fayyadama (appilications) maayi Itiyooteel fi gara jiddu galeessa gurgurtaa keenyaa dhufuun galmaa’uu ni danda’u. fayyadamtoonni moobaayilii kafaltii boodaa gara jiddu galeessa gurgurtaa keenyaa qaamaan dhufuun tajaajila argachuu ni danda’u.
- Maamiltoonni dhuunfaa fi dhaabbataa tajaajila qarqaba moobaayilii turtii yeroo dheeraa galmaa’uu ni danda’u.
- Maamiltoonni lakkoofsa tajaajilaa galmaa’aniif ala gara lakkoofsa tajaajilaa biraaf dabarsuu hin danda’an.
- Ai tokko qarqaba turtii dheeraaf erga galmaa’anii booda erragni akka deebi’u gaafachuun ykn gara qarqaba turtii yeroo dheeraatti geeddaruun hin eeyyamamu.
- Qarqaba moobaayilii turtii yeroo dheeraa galmaa’uuf siim kaardiin itti fayyadamaa jirtan kan hojjetu ta’uu qaba.
- Qarqabni moobaayilii sagalee fi barreeffama gabaabaa tajaajila sagalee fi ergaa qofaaf kan ooludha.
- Qarqaba bittaniin ala akkasumas lakkoofsa gabaabaa wayita fayyadamtan taarifni tajaajilaa idileen hojiirra ni oola.
- Gatiin hundi taaksii dabalataa waliini.