Kuufama Moobaayilaa Piriimiyeemii Hin Daangeffamne
Kuufama moobaayilaa piriimiyeemi hin daangeffamnee
Tajaajila moobaayilaa piriimiyeemii hin daangeffamnee fayyadamaa, itti gammadaa!
Kuufama Daataa Hin Daangeffamne Kan Torbanii
Qarshii 300
Kuufama Daataa Hin Daangeffamne Kan Torbanii
Kuufama Daataa Hin Daangeffamne Kan Torbanii
Qarshii 999
Kuufama Daataa Hin Daangeffamne Kan Torbanii
Kuufama Daataa Hin Daangeffamne Kan Ji'aa
Qarshii 699
Kuufama Daataa Hin Daangeffamne Kan Ji'aa
Kuufama Sagalee + Daataa Hin Daangeffamne Kan Ji'aa
Qarshii 1,399
Kuufama Sagalee + Daataa Hin Daangeffamne Kan Ji'aa
Kuufama Piriimiyemii Pilaasii Hin Daangeffamne Kan Ji'aa
Qarshii 2,330
Kuufama Piriimiyemii Pilaasii Hin Daangeffamne Kan Ji'aa
Haalaa Fi Dambii Isaa Dubbisaa
Tajaajila kana fayyadama (App) Maayi Itiyootel, telebirrii, Itiyoo gabataa (*999#) akkasumas giddu galeessota tajaajilaa keenyatti ni argattu.
Tajaajilli kuufama daataa maamiltoota dhuunfaa akkasumas dhaabbileef kan dhihaate dha.
Kuufamoota baay’ina hin daangeffamne qabaniif kuufama maamiltoota biroof qooduun hin danda’amu.
Kuufama sagalee hin daangeffamnee gara kuufama daataa hin daangeffamnee akkasumas kuufama faallaa isaatti jijjiiruun fayyadamuun ni danda’ama. Kun kan ta’u kuufama bittanii osoo hin fayyadamiin dura ta’uu qaba.
Maamiltoonni kuufama piriimiyeemii hin daangeffamne ofiisaaniif akkasumas firaafi michoota isaaniif kennaa erguufii ni danda’u.