Kuufama Ofii Uumuu

Kuufama Mataa Keessanii Ummadhaa!

Hanga yeroo qilleensaa, daataa, sagalee fi ergaa gabaabaa isin barbaachisu filadhaatii kuufama mataa keessaniif ta’u uummadhaa!

premium unlimited 2
Tartiibawwan salphaa kuufama mataa keesanii uumuuf:
  1. Fayyadama (App) Maay Itiyootel keessa seenuun ‘Create Package (Kuufama Uummachuu’ kan jedhu filadhaa.
  2. Ofii (ofiidhaaf bitachuuf) ykn Kennaa (akka kennaatti erguuf) keessaa filadhu & gosa sirrii ta’uu filadhu.
  3. Sagalee, Daataa, Erga gabaabaa booda ‘Show price (Qarshii mul’isuu)’ kan jedhu cuqaasaa & erga gatii ilaaltanii booda ‘Buy (bitachuu) kan jedhu tuquun itti fufaa.
  4. Gatii fi gosa kuufamaa ofii ummattan eeggannoodhaan mirkaneessuuf ‘confirm (Mirkaneessuuf)’ kan jedhu filadhaa.