Kuufama Moobaayilaa Piriimiyeemii Hin daangeffamne

Kuufama Moobaayilaa Piriimiyeemii Hin Daangeffamne keenyaan bohaaraa!
  • Fayyadama (App) moobaayilaa telebirrii & Maay Itiyootel fayyadamaa ykn *999# bilbilaa
  • telebirrii fayyadamuun bitadhaa, hir’isa dabalataa 10% argadhaa. 
photo_2021-12-22_14-22-22
Kuufama Daataa Daangaa Malee Kan Torbanii
300 Birr
  • Kuufama Daataa daangaa malee kan torbanii
Kuufama Daataa Hin Daangeffamne Kan Torbanii
999 Birr
  • Kuufama Daataa Hin Daangeffamne Kan Ji'aa
Kuufama Sagalee Hin Daangeffamne Kan Ji'aa
699 Birr
  • Kuufama Sagalee Hin Daangeffamne Kan Ji'aa
Kuufama Sagalee + Daataa Hin Daangeffamne Kan Ji'aa
1,700 Birr
  • Kuufama Sagalee + Daataa Hin Daangeffamne Kan Ji'aa
Kuufama Piriimiyemii Pilaasii Hin Daangeffamne Kan Ji'aa
2,330 Birr
  • Kuufama Piriimiyemii Pilaasii Hin Daangeffamne Kan Ji'aa

  • Tajaajila kana karaa maayi Itiyooteel, telebirrii, Itiyoo gabataa *999# akkasumas jiddugaleessa gurgurtaa keenyatti ni argattu.
  • Tajaajilli qarqaba deetaa qofaa maamiltoota dhuunfaa fakkasumas dhaabbileef kan dhihaatedha .
  • Qarqaboota baay’ina daangaa malee qarqaba maamiltoota biroof qooduun hindanda’amu.
  • Qarqaba sagalee daangaa malee gara qarqaba deetaa daangaa malee akkasumas faallaa kanaa qarqaba jijjiiruudhaan fayyadamuun ni danda’ama. Kun kan ta’u qarqaba bittanii osoo itti hinfayyadamiin dura ta’uu qaba.
  • Maamiltoonni qarqaba piriimiyeemii daangaa malee ofiisaaniif akkasumas firootasaaniif kennaa erguu ni danda’u.
  • Yeroon tajaajilaa lakkoofsa moobaayilii maamiltootaa yeroo turtii qarqaba bitanii caaluu ykn walqixa ta’uu qaba.
  • Danbii fi haaldureewwan tajaajila qarqaba kanaan dura turanii ni raawwatamu.
  • Kafaltiin hundi taaksii dabalataa waliini.