Yeroo Gammachuu Kuufama Mobaayilaa

Kuufama Mobaayilaa Yeroo Gammachuu

Kuufama yeroo gammachuutiin yeroo ergaa gabaabaa ergitan, yeroo bilbiltan akkasumas yeroo interneetii fayyadamtan akka isinitti tolu shakkii hin qabnu.

teeleebirriidhaan yommuu bittan dabalata %10 argattu!

  • Bilbiloonni kaffaltii duraa, kaffaltii boodaa fi haayibiriidii hundi tajaajilicha galmaa’anii fayyadamuu danda’u
  • Maamiloonni kuufama yeroo gammachuu yeroo barbaadanitti galmaa’uu danda’u, garuu yeroo kaa’ametti qofa fayyadamuu danda’u.
  • Yeroo Gammachuu laaqanaa bitanii kuufama itti hin fayyadamiin yoo jiraate guyyaa itti aanu yeroo kuufamicha itti fayyadamuu danda’anitti utuu jalaa hin qisaasa’iin fayyadamuu danda’u. Guyyaan itti aanu dilbata yoo ta’e kuufama yeroo gammachuu laaaqanaa itti hin fayyadamiin sa’aatii 4:00 – 5:00 tti fayyadamuu danda’u.
  • maamiltoonni Kuufama yeroo gammachuu halkanii bitan yeroon fayyadamaa utuu hin goolabamiin kuufama hin daangeffamne kan sa’aatii 1 bitachuu hin danda’an. Garuu maamiltoonni kuufama hin daangeffamne kan sa’aatii 1 bitatan kuufama yeroo gammachuu halkanii bitachuu ni danda’u.
  • Maamiltoonni kuufama hin daangeffamne kan yeroo gammachuu halkanii bitatan, kuufama yeroo gammachuu halkanii galmaa’uu kan danda’an yoo ta’u, garuu maamiltoonni kuufama mobaayilaa yeroo gammachuu halkanii bitatan kuufamoota halkanii biro bituu hin danda’an.
  • Maamiltoonni ofiifis bitachuu akkasumas kennaadhaan namoota biroof bitanii erguu ni danda’u.
  • Kuufamoonni yeroo gammachuu hundumtuu gara kuufama birootti yookiin gara birootti darbuu hin danda’an
  • Kuufamoonni duraan jiran danbii fi haalawwan raawwatiinsa qabu.