Maallaqa Ergaa ,Fudhadhaa

Maatii, hiriyyoota ykn namoonni jaalattan biyyattii keessa kutaa kamiyyuu jiraatan teeleebirrii fayyadamanis fayyadamuu baatanis maallaqa hatattamaan erguuf isin dandeessisa.

dandeessisa.

  • Gara *127# bilbilaa ykn karaa  appilikeeshinii moobaayilaa teeleebirrii seenaa
  • ‘Maallaqa ergaa’ isa jedhu filadhaa.
  • Bilbila nama fudhatuu galchaa/filadhaa.
  • Baay’ina maallaqa ergitanii galchaa.
  • Lakkoofsa iccitii (PIN) galchaa.
  • Baay’ina maallaqa ergitanii fi eenyuuf akka ergitan tole ykn maallaqa ergi isa jedhu mirkaneessaa.
  • Maallaqa erguu keetiif ergaan battalatti isin qaqqaba.

Adeemsa maallaqa
teeleebirrii irraa gara baankiitti
dabarsuuf

Intarneet Baankiingii

  1. Gara https://ib.myamole.com/bwinternet/#/ deemaatii eenyummeessa keessan seenaa.
  2. Erguu fi dabarsuuf.
  3. Gara teeleebirriitti dabarsuuf.
  4. Tartiibota jiran hordofuunmaallaqa teeleebirriitti dabarsaa.

Karaa fayyadama moobaayilii

  1. Fayyadama Amoolee seenaa.
  2. Dabarsuuf
  3. Gara teeleebirriitti
  4. Enyummeessa maallaqni irratti hir’ifamu filadhaa.
  5. Fetch
  6. Lakkoofsa moobaayilii galchaa.
  7. Baay’ina maallaqaa galchaa.

Karaa lakkoofsa gabaabaa (*996#)

  1. Gara *996#tti bilbilaatii lakkoofsa 1 galchaa.
  2. Lakkoofsa iccitii galchaa, itti aansuun lakkoofsa 2 galchaa.
  3. Lakkoofsa 8 galchaa (Karaa teeleebirrii dabarsuuf.)
  4. Enyummeessa irratti hir’ifamu filachuun ergaa isa jedhu cuqaasaa.
  5. Baay’ina maallaqaa galchaa.

Mirkaneessuuf lakkoofsa 1 galchuun ergaa isa jedhu cuqaasaa

  1. Gara *812#tti bilbilaa.
  2. Lakkoofsa keessan iccitii galchaa.
  3. Lakkoofsa 7 galchuun maallaqa gara teeleebirriitti dabarsuu isa jedhu filadhaa.
  4. Lakkoofsa moobaayilii teeleebirrii maallaqni itti ergamu galchaa.
  5. Baay’ina maallaqa ergitanii galchaa.
  6. Lakkoofsa enyummeessaa maallaqni irratti hir’ifamu filadhaa.
  7. Lakkoofsa 1 galchaatii mirkaneessaa.

  1. Lakkoofsa adda baaftuu fi lakkoofsa iccitii
  2. Enyummeessa (account) filadhaa.Teeleebirrii isa jedhu filadhaa.
  3. Lakkoofsa bilbilaa fi baay’ina birrii galchuun dabarsuuf isa jedhu cuqaasaa.
  4. Xumuraaisa jedhu cuqaasaa.

  1. Onlaayin baankiingi isa jedhu cuqaasaa.
  2. Lakkoofsa adda baaftuu galchaa.
  3. Lakkoofsa ittiin seentan galchaatii seenaa isa jedhu cuqaasaa
  4. Enyummeessa irraa gara teeleebirriitti isa jedhu filadhaa.

Qajeelfama hordofaatii mirkaneessaa isa jedhu cuqaasaa

  1. Gara *866# tti bilbilaa.
  2. Lakkoofsa keessan iccitii galchaa.
  3. Lakkoofsa 8 galchaatii maallaqa gara teeleebirriitti dabarsuu isa jedhu filadhaa.
  4. Maay’ina maallaqa ergitanii galchaa.
  5. Lakkoofsa enyummeessaa irratti hir’ifamu filadhaa.
  6. Lakkoofsa teeleebirrii maallaqni irratti ergamu galchaa.
  7. Lakkoofsa 1 galchaatii mirkaneessaa.

Fayyadama Moobaayiliitiin

  1. Fayyadama moobaayilii Innaat banaatii “Seenaa” isa jedhu cuqaasaa.
  2. Lakkoofsa iccitii galchaatii “galchaa” isa jedhu cuqaasaa.
  3. Bittaa fi gurgurtaa
  4. Gara teeleebirriitti dabarsaaisa jedhu cuqaasaa.
  5. Enyummeessa filadhaa, lakkoofasa bilbilaa, bay’ina birrii fi  "Particulars” galchaatii “galchaa” isa jedhu cuqaasaa.
  6. Mirkaneessaa isa jedhu cuqaasaa.
  7. Xumura irratti ergaan mirkaneessa lakkoofsa bilbilaa nama fudhatuu fi lakkoofsa bittaa fi gurgurtaa qabate isin qaqqaba.

Karaa lakkoofsa gabaabaa

  1. Gara *845#tti bilbilaa.
  2. Lakkoofsa iccitii
  3. Lakkoofsa 3 galchaa  “maallaqa dabarsuu”
  4. Lakkoofsa 5 galchaa “gara teeleebirriitti dabarsuuf”isa jedhu filachuuf.
  5. Enyummeessa irratti hir’ifamu filadhaa.
  6. Lakkoofsa tajaajila teeleebirrii
  7. Baay’ina birrii galchaa.
  8. Yaadannoo galchaa.
  9. Mirkaneessuuf lakkoofsa 1 wayita galchitan ergaan isin qaqqaba.

 

 

 

  1. Gara *811# tti bilbilaa.
  2. "Lakkoofsa iccitii" galchaa.
  3. Lakkoofsa 4 galchaatii "Birrii erguuf" isa jedhu filadhaa.
  4. Lakkoofsa erragaa irratti hir’ifamu filadhaa.
  5. Lakkoofsa 3 galchaatii "maallaqa gara alaatti dabarsuu" isa jedhu filadhaa.
  6. Lakkoofsa 1 galchaatii "teeleebirri moobaayil maniiኒ" isa jedhu filadhaa.
  7. Lakkoofsa bilbilaa teeleebirrii itti fayyadamtanii fi maallaqa itti dabarsuu barbaaddan
  8. "Baay’ina maallaqaa" galchaa.
  9. Saanduqani "Odeeffannoo dabalataa" jedhu wayita isiniif dhufu sababa maallaqa ergitaniif barreessaa.
  10. "Lakkoofsa iccitii " galchaa.

Karaa fayyadama Moobaayilii

  1. Fayyadama moobaayilii Abisiiniyaa seenaa.
  2. Baafata cinaatti argamu keessaa kafalaa ykn dabarsaa isa jedhu cuqaasaa.
  3. Gara teeleebirriitti  isa jedhu cuqaasaa.
  4. Gara keessanitti dabarsuuf “ON” isa jedhu cuqaasaa.
  5. Enyummeessa irratti hir’ifamu filadhaa.
  6. Nama biraaf dabarsuuf  Lakkoofsa tajaajilaa galchaa.
  7. Baay’ina birrii
  8. Itti fufaaisa jedhu cuqaasaa.
  9. Dabarsaa isa jedhu cuqaasaa.

Karaa lakkoofsa gabaabaa

  1. Gara *901# tti bilbilaa.Lakkoofsa keessan iccitii abbaa dijitii 4 galchaa.
  2. Lakkoofsa 3 galchaa “maallaqa dabarsuuf ” filachuuf
  3. Lakkoofsa 3  galchaa “gara teeleebirriitti dabarsuuf” isa jedhu filachuuf
  4. Enyummeessa keessaniif lakkoofsa 1 enyummeessa nama biraaf lakkoofsa 2 cuqaasaa.
  5. Entummeessa irratti hir’ifamu filadhaa.
  6. Baay’ina birrii galchaa.
  7. Yoo barbaachise yaada barreessaa.
  8. Mirkaneessuuf lakkoofsa 1 wayita galchitan ergaan isin qaqqaba.

Karaa Fayyadamaa (application)

  1. Fayyadama Awaash Waaleet banaatii lakkoofsa iccitii galchaa.
  2. Teeleebirrii filadhaa.
  3. Ofiikeessaniif isa jedhu filadhaatii lakkoofsa tajaajila teeleebirrii galchaa ykn nama biraaf isa jedhu filadhaatii lakkoofsa tajaajila teeleebirrii galchaa.
  4. Baay’ina maallaqaa galchaa.
  5. Enyumeessa irraatti hir’ifamu filadhaa.
  6. Mirkaneessaa isa jedhu cuqaasaa.
  7. Eraan mirkaneessu isin qaqqaba.

  1. Gara *881# tti bilbilaa.
  2. Lakkoofsa keessan iccitii abbaa dijiitii afurii galchaa.
  3. Lakkoofsa 4 galchaatii “tajaajiula teeleebirrii” isa jedhu filadhaa.
  4. Lakkoofsa 1 galchaatii “maallaqa gara teeleebirriitti dabarsaa” isa jedhu filadhaa.
  5. “Lakkoofsa enyummeessaa” irratti hir’ifamu filadhaa.
  6. “Lakkoofsa bilbilaa” maallaqni itti ergamu galchaa.
  7. Baay’ina maallaqaa ergitan galchaa.
  8. “Lakkoofsa iccitii” abbaa dijiitii 6 galchaa.
  9. Maallaqa dabarsuu keessan kan mirkaneessu isin qaqqaba.

Internet Banking

  1. Login to zemenbank.com.et/zemenib/#/ 
  2. Press payments & transfers
  3. Select bill payments & telebirr
  4. Select telebirr from the group
  5. Enter recipient number, amount & finish the remaining steps

Mobile App

  1. Enter user name & click proceed
  2. Enter passphrase & click login
  3. Select payments
  4. From the category select telebirr & click OK
  5. Enter recipient service number, amount & click save & complete the transaction