Firootaafi hiriyyoota keessan biyya alaa jiraatan irraa maallaqa karaa moobaailii isinii ergamu salphaatti fudhachuu ni dandeessu.
Shariikota keenya maallaqa idil addunyaa erguuf nu waliin hojjetan
Tartiiba ittiin ergamu
www.talkremit.com seenaa
Enyummeessa keessan uummadhaa.
Marsariitii irratti tolaan galmaa’aa ykn fayyadama moobaayilii buusaa.
Baay’ina maallaqaa fi akkaataa itti ergamu.
Baay’ina maallaqaa galchaa.
Biyya itti ergitan filadhaa.
Karaa ittiin dabarsitan filadhaa (teeleebirrii)
Odeeffannoowwan nama fudhatuuu
Odeeffannoowwan nama fudhatuu tokko tokkoon galchaa.
Mirkaneessaatii ergaa
- Awustiraaliyaa
- Baangilaadiish
- Bulgaariyaa
- Burkiinaafaasoo
- Kaamboodiyaa
- Kaameeruun
- Kaanaadaa
- Keepveerdee
- Koongoo Biraazaaviil
- Kotidivaar
- Qophiroos
- Deenmaark
- Jibutii
- Ertiraa
- Istooniyaa
- Itiyoophiyaa
- Faransaayi
- Gaambiyaa
- Jarman
- Gaanaa
- Giinii Bisaawu
- Hindi
- Xaaliyaanii
- Keeniyaa
- Kuweet
- Liwiitwwniyaa
- Maadagaasikaar
- Maalaaw
- Maaleejiyaa
- Moorookoo
- Moozaambiik
- Neeppaal
- Niijer
- Naayijeeriyaa
- Paakiistaan
- Fiiliippiinsi
- Poolaandi
- Kuwaataar
- Ruwaandaa
- Senegaal
- Somaaliyaa
- Somaaleelaand
- Siiriilaankaa
- Toogoo
- Yugaandaa
- Emereetota Araba Gamtoomanii
- Ameerikaa
- Zaambiyaa
www.remitly.com seenaa
Nutti makamaa (Jiun Now) isa jedhu cuqaasaa.
Entummeessa keessan uummadhaa.
Teessoo keessan emeelii, jecha ittiin seentan galchaatii mirkaneessaa.
Itti makamaa isa jedhu cuqaasaa.
Baay’ina maallaqaa fi akkaataa ittii ergamu
Baay’ina maallaqaa biyya jiraattanii (sharafa) galchaa.
Gatiin sharafaa birrii Itiyoophiyaatiin ni mul’ata.
Karaa maallaqa moobaayiliin erguu filadhaa.
Teeleebirrii filadhaatii itti fufaa isa jedhu cuqaasaa.
Odeeffannoowwan nama fudhatuu tokko tokkoon
Maqaa nama fudhatuu fi maqaa akaakayyuu galchaa.
Lakkoofsa bilbilaa nama fudhatuu galchaa.
Nama fudhatuuf ergaan barreeffamaa gabaabaa mirkaneessu ergi isa jedhu filadhaatii itti fufi isa jedhu cuqaasaa.
Odeeffannoowwan nama erguu tokko tokkoon
Maqaa nama erguu, maqaa akaakayyuu fi lakkoofsa bilbilaa galchaa.
Teessoo daandii, magaalaa, maqaa bulchiinsaa, koodii adda baaftuu (Zip code), guyyaa dhalootaa galchuun itti fufaa isa jedhu cuqaasaa.
- Tarreeffama kafaltii
Lakkoofsa kaardii galchaa.
Guyyaa xumuramuu fi lakkoofsa CVV galchaa.
Maqaa keessan kaardiirra jiru galchaa.
Riiviiwu isa jedhu cuqaasaatii ergaa.
- Awustiraaliyaa
- Ostiyaa
- Beeljiyeem
- Kaanaadaa
- Denmaark
- Fiinlaand
- Faransaayi
- Jarman
- Ayerlaand
- Xaaliyaanii
- Nezerlaand
- Noorweeyi
- Siingaapoor
- Ispeen
- Siwiidin
- Ingiliiz
- Ameerikaa
www.worldremit.com seenaa
Enyummeessa keessan uummadhaa.
Marsariiticharratti tolaan galmaa’aa ykn fayyadama moobaayilii buusaa.
- Tarreeffamoota ittiin dabarsan
Biyya itti ergamu filadhaa
Karaa ittiin dabarfamu (maallaqa moobaayilii/ woorlid remiit waaleet) galchaa.
Baay’ina maallaqa dabarfamuu galchaa (kafaltii xiqqaa fi gatiin sharafaa ni argisiisa)
Tarreeffamoota nama fudhatuu galchaa
Maqaalee namoota kanaan dura ergitan keessaa filadhaa.
Jijjiirraa taasiftaniif kafalaa.
Kaardiidhaan kafalaa (idaa, liqii fi kafaltii duraaያ), karaa baankii dabarsuu (poolii, Interaak፣IDEA, Kilaarii fi appilpeeyi , Tireestilii (Karaan ittiin kafalamu akkaataa biyyootaatiin addaddummaa ni qabaatu).
Mirkaneessaatii ergaa.
Awustiraaliyaa
Gaanaa
Maaltaa
Baahireen
Jiibraalter
Nezerlaand
Beeljiyeem
Giriik
Niwuuziilaand
Biraaziil
Hoong koong
Noorweeyi
Bulgaariyaa
Haangaarii
Omaan
Burkiinaa Faasoo
Ayislaand
Fiiliippiins
Kaameeruun
Ayerlaandi
Poolaand
Kaanaadaa
Xaaliyaanii
Poorchugaal
KirooshiyaaAyivooriikoost
Kuwaataar
Qoophiroos
Jaappaan
Roomaaniyaa
Riippaabiliikii cheek
Yoordaanoos
Ruwaandaa
Deenmaark
Kuweet
Saawudii Arabiyaa
Istooniyaa
Laatiiviyaa
Seeneegaal
Fiinlaand
Liituuweeniyaa
Siingaapoor
Faransaayi
Luksambarg
Sloovaakiyaa
Jarman
Maaleejiyaa
Sloovaakiyaa
Somaaliilaand
Swiidin
Ugaandaa
Afriikaa Kibbaa
Siwiizerlaand
Emereetota Araba gamtoomanii
Taayiwaan
Kooriyaa
Ingiliiz
Ispeen
Toogoo
Ameerikaa
Marsariitii www.taptapsend.com babaa seenaa isa jedhu cuqaasaatii enyummeessa banaa. Karaa marsariitii kanaa tolaan galmaa’aa ykn fayyadama moobaayilii buusaatii fayyadamaa.፡
Maallaqa erguuf
--› Biyya maallaqa itti erguu barbaaddan filadhaa.
--› Baay’ina maallaqa erguu barbaaddan galchaa.
--› Kan itti aanu isa jedhu cuqaasaa.
--› Galmee bilbila keessanii keessaa lakkoofsa bilbilaa nama fudhatuu filadhaa ykn barreessaa. Maqaa seera qabeessa abbaan lakkoofsa bilbilaa fi odeeffannoowwan biroo guutuu galchaa. ፡
--› Kafalaa
- Yuunaayitid isteetis
- Yuunaayitid Kiingidam
- Beeljiyeem
- Kaanaad
- Faransaayi
- Jarman
- Xaaliyaanii
- Maayootee
- Nezerlaand
- Poorchugaal
- Riiyuuniyeen
- Ispeen
Marsariitii www.riamoneytransfer.com seenaa.
Seenaa isa jedhu cuqaasaatii enyummeessa keessan uummadhaa ykn fayyadama moobaayilii buusaatii itti fayyadamaa.
Enyummeessa ‘ria’ banaatii seenaa.
Odeeffannoo tokko tokkoon galchaa.
Biyya maallaqni itti ergamu filadhaa.
Sharafa maallaqaa namni ergameef ittiin fudhatu galchaa.
Baay’ina maallaqa ergitanii galchaa.
Nama fudhatu galchaa.
Koodii ittiin beeksifamu yoo qabaattan galchaatii itti fufi isa jedhu galchaa.
Maallaqa dabarsitaniif odeeffannoo waliigalaa ilaalaa.
- Awustiraaliyaa
- Kaanaadaa
- Yuunaayitid Kiingidam
- Yuunaayitid Isteet
Marsariitii www.azimo.com banaa
Seenaa isa jedhu cuqaasaatii enyummeessa uummadhaa
Karaa marsariitii kanaa tola galmaa’aa ykn fayyadama moobaayilii buusaatii itti fayyadamaa.
Baay’ina maallaqaa fi akkaataa itti ergamu.
Baay’ina maallaqaa galchaa.
Biyya filadhaa
Tooftaa maallaqa ittiin dabarsitan filadhaa (Teeleebirrii)
Odeeffannoowwan nama fudhatuu tokko tokkoon
Odeeffannoo nama fudhatuu tokko tokkoon galchaa.
Mirkaneessaatii ergaa
- Sloovaakiyaa
- Ispeen
- Iswiidin
- Siwiizerlaand
- Yuunaayitid Kiingidam
Marsariitii www.masterremit.com banaa.
Seenaa isa jedhu cuqaasaatii enyummeessa uummadhaa.
Karaa marsariitii kanaa tola galmaa’aa ykn fayyadama moobaayilii buusaatii itti fayyadamaa.
Baay’ina maallaqaa fi akkaataa ittiin ergamu.
Baay’ina maallaqaa galchaa.
Biyya filadhaa.
Tooftaa maallaqa ittiin dabarsitan filadhaa(Teeleebirrii).
Odeeffannoo nama fudhatuu tokko tokkoon.
Odeeffannoowwan nama fudhatuu tokko tokkoon galchaa.
Mirkaneessaatii ergaa
- Sloovaakiyaa
- Ispeen
- Iswiidin
- Siwiizerlaand
- Yuunaayitid kiingidam
Marsariitii www.moneytrans.eu/ seenaa
Seenaa isa jedhu cuqaasaatii enyummeessa banadhaa.
Karaa marsariitii kanaa tolaan galmaa’aa ykn fayyadama moobaayilii buusaatii itti fayyadamaa.
Biyya Filadhaa
Baay’ina maallaqaa filadhaa.
Gatiisaa mirkaneessaa.
Kafalaa.
Bakka bu’oota maallaqa dabarsan kanneen Awurooppaa jiraatan qaamaan argadhaa.
Biyya Filadhaa
Baay’ina maallaqaa
Mirkaneessaatii kafalaa
Beeljiyeem
Faransaayi
Xaaliyaanii
Ispeen
Fayyadama moobaayilii gogil pileeyi ykn appistoor irraa buusaa
Baankiirraa dabarsuu isa jedhu cuqaasaa.
Baay’ina birrii galchaa (doolaara Ameerikaa)
Itti fufaaisa jedhu cuqaasaa.
Odeeffannoo nama fudhatuu tokko tokkoon galchaa.
Filmaatota maallaqni itti darbu qabda keessaa teeleebirrii filadhaatii lakkoofsa bilbilaa nama fudhatuu galchaa.
Magaalaa namni fudhatu kun keessa jiraatu galchaa.
Tarreeffamoota oeeffannoo irratti sirreeffama yoo qabaattan sirreessuu isa jedhu cuqaasaa.
Mirkaneessaa isa jedhuu fi ergaa isa jedhu cuqaasaa.
Odeeffannoo dabalataaf Marsariitii: https://www.majority.com/en/ seenaa.
Ameerikaa
- Receive International Remittance via telebirr! Get Rewarded!
Receive International Remittance via telebirr until 30 September 2022 & get 10GB Internet Package Gift and 5% additional Incentive
We will draw a lottery, identify and award 10GB Internet Package and weekly reward for 50 winners who receive international remittance.
Customers can use the additional 5% incentive for any transaction.
Terms and condition will apply