Moobaayilii biizinasii qarqaba garee

Qarqaba moobaayilii biizinasiif galmaa’a, hir’ifama waamicha sagalee argadhaa!

Siiyuujii(CUG) hindaangeffamne

Gosa tajaajilaa baasii dabalataa malee hojjettoonni keessan quunnamtii sagalee fi ergaa barreeffamaa gabaabaa akka fayyadaman ittiin mijeessitanidha

Hojii keessan si’achiisaa!oomishtummaa keessan guddaisaa!

Kafaltii baatii

Member RangeUnlimited Voice + SMS CUG per User (Birr)Unlimited Voice CUG per User (Birr)

5 - 20

10095
21-409590
41-1009085
Above 1008580

  • Tajaajilli kun fayyadamtoota kafaltii duraa, kafaltii boodaa fi Hayibiriidii hundaaf kan dhihaate yoo ta’u, haa ta’u malee erragni muummee ‘CUG’ daangaa malee (kafalaa) fayyadamaa tajaajila kafaltii boodaa ta’uu qaba.
  • Lakkoofsonni maashinarraa gara maashinaa, daataa qofaa, bilbila idilee fi biroodbaandii idilee miseensa ‘CUG’ daangaa malee ta’uu hin danda’an.
  • Maamilli intarpiraayizii ‘CUG’ daangaa malee xalayaan amma gaafatetti tajaajila maamila dhuunfaa fayyadamuuf miseensa ta’uu ni danda’u. Lakkoofsota galmaa’an hundaaf dhaabbanni bite sun kafaltii baatii ni raawwata.
  • Baay’inni miseensa ‘CUG’ garee tokkoo inni xinnaan nama 5.
  • Lakkoofsi tajaajilaa tokko miseensa ta’uu kan danda’u garee ‘CUG’ tokkoof qofa.
  • Sagalee fi ergaa moobaayila daangaa malee fayyadamuun kan eeyyamamu miseensota jidduutti qofa.
  • Lakkoofsi miseensota garee jidduudhaa sababa addaddaatiin addaan citus miseensota biroorratti dhiibbaa hin uumu.
  • Tajaajilli kun waamicha, tajaajila lakkoofsa gabaabaa fi lakkoofsota idil addunyaa akkasumas tajaajila intarneetii hin dabalatu. Tajaajiloonni tarreeffaman akkaataa taarifa idileetiin fayyadamaan kan kafalu ta’a.
  • Dhaabbanni tajaajila kana bite baatii sana keessatti yeroo barbaade miseensa dabaluu fi haquuf mirga qaba. Haa ta’u malee jalqaba baatiitti yoo raawwate kan wayyu yoo ta’u, kun kiraa baatii ‘CUG’ dabalataa kafaltii yeroo biiliitti akka hin kafalle isa gargaara.
  • Gatiin hundi taaksii dabalataa waliini.

Moobaayilii biizinasii qarqaba garee (CUG) waliin

Tajaajila ‘CUG’ dhaabbataa wayita fayyadamtan, miseensonni garee qarqaba moobaayilii galmaa’ee wayita xumuran fi waliif wayita bilbilan daqiiqaa tokkotti saantima 35 akka bilblaniin hir’ifamni ni taasifamaaf

Gosa biizinasiiBajataBajataBajataBajataBajataBajataBajataBajataBajataBajata
100150200250300350400450500600
Kiraa sararaa kan baatii tokkoo100150200250300350400450500. 600
Filannoo ‘CUG’25.325.325.325.325.325.325.325.325.325.3
        Kafaltii baatii wlii galaa      125.3175.3225.3275.3325.3375.3425.3475.3525.3625.3
Qarqabootadaqiiqaa28045060075093010801230138015451845
Ergaa gabaabaatolaa 305050508080808080100
Free MB555555050505050
Qarqabaa alatti (OOB)Kan moobaayilii Shalaga
IdileeIdileeKafaltii duraa
siiyuujii (CUG)Br 0.35
Idil addunyaaKafaltii duraa
RoomiingiiKafaltii duraa
Waamicha birooKafaltii duraa

  • Moobaayilii keessan kafaltii boodaan fayyadamuun tajaajilichi taarifa moobaayilii idilee waliin walbiratti wayita ilaalamu waamicha sagalee biyya keessaa gatii hir’ifamaan akka taasiftan isin dandeessisa.
  • Tajaajila kana daqiiqaadhaan sagalee biyya keessaa, ergaa tolaa biyya keessaa muraasaa fi intarneetii moobaayilii kiraa baatii muraasaan ni argattu.

  • Qarqabaa ala (OOB) =Gatii tajaajila qarqabaa ala yemmuu fayyadamtan hojiirra oolu.
  • Siiyuujii (CUG) = waamicha bilbila garee
  • Taarifoonni hundi taaksii dabalataa waliini.

Moobaayilii biizinasii siiyuujii (CUG) malee


Type of Business
Gosa biizinasii biizinasii Biizinasii 830 Biizinasii1660 Biizinasii 4150
166 415
Kiraa sararaa birriin 60 140 270 540 1350
Daqiiqaa lakkoofsaan 166 415 830 1660 4150
Ergaa tolaa lakkoofsaan 30 50 80 100 350
Bundle Meegaa baayitii tolaa 5 5 5 50 50
OOB Rates Moobaayilii Gatii idileetiin
Fixed Gatii idileetiin
International Gatii idileen
Romiingii Gatii idileen
Waamicha biroo Gatii idileen

Moobaayilii biizinasii hayibiriidii bajatarratti bu’uureffate ‘CUG’ malee

Gosa biizinasii Bajata 100 Bajata 150 Bajata 200 Bajata 250 Bajata 300 Bajata 350 Bajata 400 Bajata 450 Bajata 500 Bajata 600 Kiraa sararaa birriin 100 150 200 250 300 350 400 450 500 600 Qarqaboota daqiiqaa 280 450 750 930 1080 1230 1380 1545 1845 Ergaa tolaa 30 50 50 50 80 80 80 80 80 100 Meegaa baayitii tolaa 5 5 5 5 5 50 50 50 50 50 Qarqabaa ala Moobaayilii Gatii idileetiin Idilee Gatii idileetiin Idil addunyaa Gatii idileetiin Roomiingii Gatii idileetiin Waamicha biroo Gatii idileetiin

Ulaagaalee galmee maamiltummaa

Gosa maamiltummaa Ulaagaalee Galmee
Maamiltoota cimoo (Key account) mootummaa fi mitmootummaa, dhaabbilee idil addunyaa fi embaasota, dhaabbilee jiddu galeessaa, xiqqaa fi xixiqqoo Xalayaa tajaajilli ittiin gaafatamu
Ulaagaa kafaltiin boodaa jii esi emii (GSM) ittiin galmeeffamu
Sararoota maqaalee moobaayilii CUG biizinasii dhiheessuu
Maamiltoonni kafaltii duraa fayyadan gara kafaltii boodaatti jijjiiruu qabu
Kafaltii galmee maamiltummaa kafaluu
Akkaataa imaammata biizinasiitiin maallaqa kaa’uu