Turtii Yeroo Dheeraa Kuufama Moobaayilaa

Qarqaba moobaayilii kurmaana waggaa ykn kan waggaaf galmaa’aa! Hir’ifama taasifamettis gammadaa

Kuufama kurmaana waggaa

Qarshii650
  • Daqiiqaa 555 + Ergaa 150 + daataa giigaa baayitii 12

Kuufama kurmaana waggaa

Qarshii860
  • Daqiiqaa 1500 + Ergaa 150 + Daataa Giigaa Baayitii 12

Kuufama kurmaana waggaa daangaa malee

Qarshii2620
  • Daqiiqaa 555 + Ergaa 150 + Daataa Giigaa Baayitii 12

Kuufama kurmaana waggaa daangaa malee

Qarshii3,470
  • Bilbila Sagalee daangaa malee + Ergaa 150 + Daataa Giigaa Baayitii 12

Kuufama kurmaana waggaa daangaa malee

Qarshii4,130
  • Bilbila Sagale daangaa malee + Daataa daangaa malee

Kuufama daangaa malee kan waggaa

Qarshii10,200
  • Bilbila Sagalee daangaa malee + Daataa daangaa malee + Ergaa

Kuufama daangaa malee kan waggaa

Qarshii5,995
  • Bilbila Sagalee daangaa malee + Ergaa daangaa malee

Kuufama daangaa malee kan waggaa

Qarshii5,995
  • Daataa daangaa malee + Ergaa daangaa malee

 

  • Maamiltoonni tajaajila moobaayilii kafaltii duraa,kafaltii boodaa fi haayibiriidii  hundi qarqaba moobaayilii turtii yeroo dheeraa yeroo barbaadan galmaa’anii tajaajila argachuu ni danda’u.
  • Qarqaba turtii yeroo dheeraaf yemmuu galmooftan gatii qarqaba filattanii al tokko qofa kafaltu.
  • Maamiltoota kurmaana waggaa ykn guyyoota walitti aanan 90f jiddu galeessa gurgurtaa keenyatti galmaa’aniif qarqaba gadi lakkisuuf filannoo lama qabu.
    • Tajaajiloonni qarqabaa hundi amma jajaajilichi xumuramutti ai tokko kan gadi lakkifaman yoo ta’u, kan lammataa ammoo,
    • Tajaajiloonni qarqabaa eeraman amma guyyaan tajaajilaa xumuramutti baatiin qoqqoodamee kan dhihaatu yoo ta’u, qarqabni osoo hin fayyadamiin hafe gara baatii itti aanuutti ceha.
  • Fayyadamtoonni moobaayilii kafaltii duraa lakkoofsa gabaabaa *999#, Fayyadama Fayyadama (appilications) maayi Itiyooteel fi gara jiddu galeessa gurgurtaa keenyaa dhufuun galmaa’uu ni danda’u. fayyadamtoonni moobaayilii kafaltii boodaa gara jiddu galeessa gurgurtaa keenyaa qaamaan dhufuun tajaajila argachuu ni danda’u.
  • Maamiltoonni dhuunfaa fi dhaabbataa tajaajila qarqaba moobaayilii turtii yeroo dheeraa galmaa’uu ni danda’u.
  • Maamiltoonni lakkoofsa tajaajilaa galmaa’aniif ala gara lakkoofsa tajaajilaa biraaf dabarsuu hin danda’an.
  • Ai tokko qarqaba turtii dheeraaf erga galmaa’anii booda erragni akka deebi’u gaafachuun ykn gara qarqaba turtii yeroo dheeraatti geeddaruun hin eeyyamamu.
  • Qarqaba moobaayilii turtii yeroo dheeraa galmaa’uuf siim kaardiin itti fayyadamaa jirtan kan hojjetu ta’uu qaba.
  • Qarqabni moobaayilii  sagalee fi barreeffama gabaabaa  tajaajila sagalee fi ergaa qofaaf kan ooludha.
  • Qarqaba bittaniin ala akkasumas lakkoofsa gabaabaa wayita fayyadamtan taarifni tajaajilaa idileen hojiirra ni oola.
  • Gatiin hundi taaksii dabalataa waliini.