Kuufama Barii

KUUFAMA BARII

Barii sa’aatii 12፡00 irraa jalqabee amma ganama keessaa sa’aatii 2፡59 tti kan tajaajilu

  • Tajaajila kana sa’aatii walitti aanaa 3 armaan olitti eerame keessatti fayyadamuu ni dandeessu.
  • Maamiltoonni guyyaatti sa’aatii barbaadan tajaajila kana bitachuu ni danda’u. Haata’u malee itti fayyadamuu kan danda’an barii sa’aatii 12:00 amma 2:59tti qofadha.