Kuufama Moobaayilaa Piriimiyeemii Hin daangeffamne Kuufama Moobaayilaa Piriimiyeemii Hin Daangeffamne keenyaan bohaaraa! Fayyadama (App) moobaayilaa telebirrii & Maay Itiyootel fayyadamaa ykn *999# bilbilaa telebirrii fayyadamuun bitadhaa, hir’isa dabalataa 10% argadhaa. Kuufama Daataa Daangaa Malee Kan Torbanii 300 Birr Kuufama Daataa daangaa malee kan torbanii Kuufama Daataa Hin Daangeffamne Kan Torbanii 999 Birr Kuufama Daataa Hin Daangeffamne Kan Ji'aa Kuufama Sagalee Hin Daangeffamne Kan Ji'aa 699 Birr Kuufama Sagalee Hin Daangeffamne Kan Ji'aa Kuufama Sagalee + Daataa Hin Daangeffamne Kan Ji'aa 1,700 Birr Kuufama Sagalee + Daataa Hin Daangeffamne Kan Ji'aa Kuufama Piriimiyemii Pilaasii Hin Daangeffamne Kan Ji'aa 2,330 Birr Kuufama Piriimiyemii Pilaasii Hin Daangeffamne Kan Ji'aa Haalaa Fi Dambii Isaa Dubbisaa Tajaajila kana karaa maayi Itiyooteel, telebirrii, Itiyoo gabataa *999# akkasumas jiddugaleessa gurgurtaa keenyatti ni argattu. Tajaajilli qarqaba deetaa qofaa maamiltoota dhuunfaa fakkasumas dhaabbileef kan dhihaatedha . Qarqaboota baay’ina daangaa malee qarqaba maamiltoota biroof qooduun hindanda’amu. Qarqaba sagalee daangaa malee gara qarqaba deetaa daangaa malee akkasumas faallaa kanaa qarqaba jijjiiruudhaan fayyadamuun ni danda’ama. Kun kan ta’u qarqaba bittanii osoo itti hinfayyadamiin dura ta’uu qaba. Maamiltoonni qarqaba piriimiyeemii daangaa malee ofiisaaniif akkasumas firootasaaniif kennaa erguu ni danda’u. Yeroon tajaajilaa lakkoofsa moobaayilii maamiltootaa yeroo turtii qarqaba bitanii caaluu ykn walqixa ta’uu qaba. Danbii fi haaldureewwan tajaajila qarqaba kanaan dura turanii ni raawwatamu. Kafaltiin hundi taaksii dabalataa waliini.